Haggai 2:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Arriti guyya diddami afreeso, ka jia sagaleeso, guyya yayaba Mana kiyya hobaasani. Waan armaa achi d'ufa laala.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin amma jiini sagaleesso'oo seene guyyaa adhaa irraa haga guyyaa diddamii arfeesso'ootii jalqaba'aatii yaadaa'a; guyyaa bu'uurri Mana Woyyummaa Rabbii itti dhaabame irraa jalqaba'aatii hubadhaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ji'a sagaleesso'oo keessatti adha guyyaa diddamii arfeesso'ootitti, guyyaa hundeen Galma Waaqaa hundeeffamee jalqaba'aatii me hubadha'a.