Haggai 2:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mid'aani kod'o keesa injirani? Zabibufi odafi okhokufi ejersi woma ya baase? Arraa achi anini isani eebisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Amma yoo midhaan sanyi'iif ta'u gootaraa keessa hin jiraanne, woyini'ii fi munni hurbu'uu, biqiltuun roomaani'iitii fi biqiltuun ejersaallee yoo daraaraa daraaruu baatan ani guyyaa kana irraa jalqabee eebba isinii kenna.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Midhaan sanyi'ii gootaraa keessa yoo hin jiraatin, muki woyni'ii, muki harru'uu, muki roomaaniitii fi muki ejersaa yoo haga ammaa midhaan hin buusin, ani guyyaa adhaatii jalqabee isin hin eebbisa» jedhe.