Haggai 2:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
hayyufi lafa inni fidu ch'ufa garagalche, irre gosa ch'ufaa yake, gaari fardi hirkisufi ooftu isaale ch'ufa woliini garagalche hobaasa; fardooleeni rawaate, yaabattuuni isiileeni wolijeefti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san teessoo ulfinna ka moototaa gara galcha; hunna isaaniillee akka waan hin jirree taasisa; worra gaarii fardaa oofan gaarima san wolii gara isaan galcha; faradoon isaanii hin dhuman; worri farda yaabbatanillee wolitti gara galanii wol ajjeesan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
barcumaa moototaa garagaggalcha; hunna mootummoota gosa biyya adda addaa hin balleessa; worra garreettaa fardaan harkifamu oofuu fi garreettaa isaanii garagaggalcha; fardoon isaanii hin dhumatti; abbootiin fardo'oolle wol hin ijjeetti;