Haggai 2:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya suni, hojattu tiyya Zerubabeli, ilma Shealtieli, anini si fuud'e, maqa kiyyaani nama lafa fidu si tolcha. Wonti akanatiifi anini la si fohad'e. Nami waan kana jed'e AABBO Waaqa Gudda.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Tajaajilaa kiyya Zarubaabel! ani si fileera; ani guyyaa tokko akka ati bulchaa taatu si fooyee akka chaappaa qubee kiyyaa si taasisa jedha Rabbiin Gooftaan banii maraa» jedhii dubbadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa san ani Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade, si tajaajilaa kiyya ilma She'atii'elii Zarubaabel filadhee akka chaappaa kiyya ka qube'ee si godhadha› jedha» jedhe.