Haggai 2:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa isani lafa Misiri keesaa baatani, Haga jiru jireenna isani woliini taa jed'e, ammalle isanuma woliini jira, insodaatina jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma hennaa biyya Misiriitii isin baase, Ani isin woliin ta'a jedhee dubbii abdi'ii isinii kenneetitti akkasuma ammallee Hafuurri kiyya waan isin woliin jiruuf jabaadhaa'a; hin sodaatinaa'a!» jedhee isaanitti hime.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Biyya Gibxi'iitii yennaa baatane, ‹Ani isin woliin hin jiraadha› jedhee, akkuma waadaa isinii gale, ammalle Ayyaanni kiyya isin woliin waan jiruuf hin sodaatina'a.