Haggai 2:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dubbini AABBO Waaqi Guddaani jed'u tana: ammalle d'iotu anini lafafi gubba yokhaani baariinifi lafa goddule chochoosa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhi banii maraa akkana jedha, «Ani hennaa gabaabaa keessatti ardi'ii fi samii'i, galaanaa fi lafa sochoosa;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ani Mootiin Waan Maraa Ka Waan Mara Dade, ‹Yennaa gabaadduu keessatti ol-gubba'aa fi lafa, abbaaya'aa fi lafa bisaan irra hin jirre ammalle hin tachoosa.