Haggai 2:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini gosa ch'ufa imballeesa, duuba waan worri qabu ch'ufa armaani d'ufani, anini Mana kana horiini guuta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani mootota maraa gara galcha; qabeenni isaanii maruu akka garana dhufu godha; kanaafuu Manni Woyyumma'aa kun qabeennaan guuttama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gosa biyya adda addaa duudii hin tachoosa; karri isaanii duudiille akka as dhuttu hin godha; ani Galma Waaqaa kana ulfinnaan hin guuta.