Haggai 2:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi Guddaani waan jed'u, Mani hareesi kunini dulacha qarale ira mid'aaga; achiti anini worra kiyya nagaya guute hormaata kennaafi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Manni woyyumma'aa haarofni ka duraa caalaa bareedaa ta'a; ani achitti banii kiyyaa nagaya guutuu kenna» ka waan kana dubbate Rabbi Gooftaa banii maraati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ulfinni Galma Waaqaa haareya kanaa ka durii hin caala; anille achitti kolbaa tiyyaaf nageya guutuu hin kenna› jedha» jedhii itti himi.