Hebrews 1:14 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre, ergantooti Waaqaa martinuu ayyaanota worra fayyu tajaajiliisaaf ergamanu, tajaajiltoota Waaqaatii motii ree?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Malaikaani maani re? Worri lubbu Waaqaa hojattu, ammalle isati worra erga, aka worra baafama argatu qarqaartu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ergamtootii gubbaa maan ree? Warrii Hafuura Waaqaa hojjatu, ammallee isatti warra baafama argatu qarqaaruuf warra erga.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maleekkonni Rabbii maruu ayyaanota worra fayyinna argatan tajaajilu'uuf ergamaniimii?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maleekkonni Rabbii maruu, ayyaana worra fayyinna dhaalan kana tajaajilu'uuf ergamanii mii?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eeegaa, maleyikkoonni marrinuu namoota fayyisan tajaajiluuf ka ergaman, tajaajilttoota Waaqaa ka ta'an hafuurotaa miti moo?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre, ergantooti Waaqaa martinuu ayyaanota worra fayyu tajaajiliisaaf ergamanu, tajaajiltoota Waaqaatii motii ree?