Hebrews 1:4 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maqaan Waaqi isaaf kenne maqaa ergantoota Waaqaa ka caalu akkuma te'e, Ilmi Waaqaa ergantoota Waaqaa caala.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Malaika ira yayu Ilma guddisani, akuma maqaani inni argate suni maqa worraa ira jiru.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkuma maqaan Waaqii isaa kenne maqaa ergamtoota Waaqaa irra jiru inniilleen ergamtoota irra jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf akkuma maqaan Rabbi isaa kenne maqaa maleekkotaa caalu, Inni ka maleekkota caalu ta'eera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maqaan Rabbi isaa kenne maqaa ergamtoota Rabbii caalu akkuma ta'e, Ilmi Rabbii ergamtoota Rabbii caala.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Maqaan isaaf kenname maqaa maleyikkoota maraatii olii waan ta'eef, Ilmi Waaqaa maleyikkoota irra haalaan ka caalee jiru.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maqaan Waaqi isaaf kenne maqaa ergantoota Waaqaa ka caalu akkuma te'e, Ilmi Waaqaa ergantoota Waaqaa caala.