Hebrews 1:7 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ammoo yennaa marroo ergantoota ifii dubbatu, “Ergantoota ifii qilleensa, tajaajiltoota ifiille bobe'a ibiddaa hin godha” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan malaika dubbate waan jed'e, Inni malaika ufi bubbe tolche, hojattu ufi araba ibida tolcha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqii waan ergamtoota gubbaa dubbatee, “Waaqii ergamtoota ufii qilleensaa, hojjattoota ufii ammoo bobaa ibiddaa tolcha” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa waan Maleekkota ufii dubbatu, «Inni Maleekkota ufii qilleensa; tajaajiltoota ufii ammo arraba ibiddaa godha» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa waan Maleekkota Ufii dubbatu, «Inni Maleekkota ufii qilleensa, tajaajiltoota ufii ammoo arraba ibiddaa godha» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waayee maleyikkoota isaa garuu, «Maleyikkoota isaa hafuurota, tajaajilttoota isaa'llee arraba ibiddaa ni taasisa» jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo yennaa marroo ergantoota ifii dubbatu, «Ergantoota ifii qilleensa, tajaajiltoota ifiille bobe'a ibiddaa hin godha» jedhe.