Hebrews 1:8 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Marroo Ilmaa ammoo, “Ee Waaqa, barcumaan mootumaa keetii bara baraa haga bara baraa hin jiraata; mootummaa teetille sirri'itti hin bulchita.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo waan Ilma, Waaqi waan jed'e, Hayyumti tante, Ee Waaqa, haga hegeri jirti! Anini d'ugaani nama fidda.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqii Waan Ilmaa dubbatee ammoo, “Ee Waaqaa barcumaan kee ka guddinnaa haga jiruu jirennaa, bokkuun atin namaan bulchitu qajeeluma,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan ilma ufii ammo, «Waaqa kiyya, teessoon kee haga bara baraa jiraata; qajeellummaan ulee jeennata teetiiti.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan ilma ufii ammoo, «Waaqa kiyya, teessoon kee haga bara baraa jiraata; uleen jeennata keetii ulee nagayaa ti.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waayee Ilma isaa garuu, Yaa Waaqa! teessoon kee bara baraa haga baraa titti ni jiraata, Mootummaa kee'llee qajeelatti ni bulchita,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Marroo Ilmaa ammoo, «Ee Waaqa, barcumaan mootummaa keetii bara baraa haga bara baraa hin jiraata; mootummaa teetille sirri'itti hin bulchita.