Hebrews 10:11 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Hayyichi mara guyyuma guyya'aan dhaabbatee tajaajila hayyumma'aa tajaajila; woreega cubbuu balleesiisaaf hin dandeenne sanille yennaa mara dhikeessa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qaaloleeni Yahudi ch'ufti guyya ch'ufa huji ufi hojatte sorio takati maro heddu baafti. Ammo sorioni tunini daba keesaa nama imbaaftu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Qaallolleen Yihudii cuftii guyyaa cufa hujii ufii hojjatte sooriyoo takkatti marroo hedduu baafti, ammoo sooriyoon tunin cubbuu keessaa nama hinbaaftu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hayyoonni gadootaa maruu guyya guyya'aan tajaajila ciincaa sirima cubbuu balleessuu hin dandeenne saniin hennaa maraa dhaabatee dhiyeessa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hayyoonni gadootaa maruu guyya guyya'aan tajaajila ciincaa sirima cubbuu balleessuu hin dandeenne saniin hennaa maraa dhaabatee dhiyeessa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Tokkoon tokkoon qeesotaa cubbuu dhabamisiisuu ka hin dandeenne kitimaawwan sanniin yeroo mara dhiyeessaa, guyyaa guyya'aan dhaabatee ni tajaajila.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Hayyichi mara guyyuma guyya'aan dhaabbatee tajaajila hayyumma'aa tajaajila; woreega cubbuu balleessiisaaf hin dandeenne sanille yennaa mara dhikeessa.