Hebrews 10:12 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Kiristoos ammoo woreega tokkocha yennaa maraaf te'u dhikeesseen duuba, midda Waaqaatitti tee'eera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Taatule Kristoni sorio toko maro dabaatiifi baase, sorio hojja ch'ufa dansa, duuba harka Waaqa ka mirga tae.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo Kiristoon sooriyoo tokkoo ta yo cufaa taatu marroo cubbutiif baase harka Waaqaa ka mirgaa taa'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kiristoos ammo hennaa tokko ciincaa bara baraaf ta'u haga dhiyeesseen maayessa mirga Rabbii taa'e.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kiristoos ammoo hennaa tokko ciincaa bara baraaf ta'u haga dhiyeesseen maayessa mirga Rabbii taa'e.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kristos garuu yeroo maraaf ka ta'u kitimaa tokko eega dhiyeesseen duubatti, mirga Waaqa Abba'aatiin taa'ee jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kiristoos ammoo woreega tokkocha yennaa maraaf te'u dhikeesseen duuba, midda Waaqaatitti tee'eera.