Hebrews 10:13 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa sanii jalqabee diinoti isaa ejjata miila isaa akka te'anu eeggatiisatti jira.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Achi tae eega, haga Waaqi nyaapa isaa barch'uma miila isaa tolchuuti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Haga Waaqii nyaapha isaa barcuma miila isaa jala galchutti, achi taa'e eega.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san irraa jalqabee haga diintonni luka isaa jala ta'aniif hin eeggata.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa san irraa jalqabee haga diintoonni luka isaa jala ta'aniif hin eeggata.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ammaa achitti haga diinonni isaa miila isaatiin jala ta'anitti isaan ni eeggata,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa sanii jalqabee diinoti isaa ejjata miila isaa akka te'anu eeggatiisatti jira.