Hebrews 10:14 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Sababille inni worra woyyoome san woreega tokkochaan haga bara baraa guutuu akka te'u godheera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sorio tokooni inni ya worra daba iraa qulqulleesani haga hegeri qit'e tolche.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii sooriyoo tokkoon la warra cubbuu irraa qulqulleessan haga bara baraa qixxee tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni hennaa tokko uf kennee worra woyyooman baraa haga bara baraa guutuu isaan taasiseera.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni hennaa tokko uf kennee worra woyyooman baraa haga bara baraa guutuu isaan taasiseera.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
kun'llee ka ta'e isaan worra qulqullaawan karaa kitimaa tokkochaatiin, bara baraaf muda maleeyyii waan isaan taasiseef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sababille inni worra woyyoome san woreega tokkochaan haga bara baraa guutuu akka te'u godheera.