Hebrews 10:15 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ayyaanni Woyyichille marroo waan kanaa dhugaa nu'uuf hin baya. Inni duraan dursee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lubbuuni Qulqulloleeni d'uga nuu taati. Qara isiini waan jettu:
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Hafuurii Qulqulloolleen dhugaa nuu ta'a. Qaraa innii,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ayyaanni Woyyuun akkasuma waan kana nuu raga; «Hennaa jiini sun gaye, waadaan isaan woliin galu kana jedha Gooftaan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ayyaanni Woyyuun akkasuma waan kana nu raga; «Hennaa jiini sun gaye, waadaan isaan woliin galu kana jedha Gooftaan. Seera kiyya isaan keessa kaaya; laphee isaanii keessattillee hin barreessa» jedhee haga dubbateen maayii,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Hafuurri Qulqulluun'llee waayee kanaan ragaa nuuf ni baya, jalqaba irratti,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ayyaanni Woyyichille marroo waan kanaa dhugaa nu'uuf hin baya. Inni duraan dursee,