Hebrews 10:16 — Compare Translations

6 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Guyyooti sun yennaa geyane, gondooroon ani isaan woliin gondoorradhu, Seera kiyya gadhaa isaanii keessa hin keya, qalbii isaanii keessalle'etti hin barreessa ta jettu jedha Goottaan” jedhee dhugaa bayeef.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aabbooni waan jed'u, taka tana, Wold'aqisi anini worra woliini tolfad'u kana: Anini Seera kiyya garaa worraa keesa keyad'e, qalbi worrale keesati t'aafa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Aabboon, ‘Eegii guyyaa sun, waldhaqisii anin warra waliin tolfadhu kana, anin seera kiyya garaa warraa keessa keeyyadhee, qalbii warraallee keessatti barreessa’ ” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Seera kiyya isaan keessa kaaya; laphee isaanii keessattillee hin barreessa» jedhee haga dubbateen maayii,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Guyyoota sanniiniin duubatti waadaan, ani isaan woliin aseenu kana jedha Gooftaan, seera kiyya onnee isaanii keessa ni kaaya, sammuu isaanii keessatti'llee ni barreessa» jedha Gooftaan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Guyyooti sun yennaa geyane, gondooroon ani isaan woliin gondoorradhu, Seera kiyya gadhaa isaanii keessa hin keya, qalbii isaanii keessalle'etti hin barreessa ta jettu jedha Goottaan» jedhee dhugaa bayeef.