Hebrews 10:18 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Eega kana araarri maraaf kenname, haganaan achi woreegi cubbu'uuf dhikeeffamu hin jiraatu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi waan kana ch'ufa araaramani, sorio daba baaftu iti deebiani imfed'ani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Eegii waan kana cufa araaraman, sooriyoo cubbuu baaftu itti deebi'anii hinfedhani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eega araarri maraaf kenname ammaa achi ciincaan cubbu'uuf dhiyeeffamu hin jiru.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eega araarri maraaf kenname ammaa achi ciincaan cubbu'uuf dhiyeeffamu hin jiru.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf cubbuu marrinuu eega dhabamissiifameen duubatti kitimaan waayee dhiifama cubbuutiif dhiyaatu, ammaa achitti hin jiraatu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eega kana araarri maraaf kenname, haganaa achi woreegi cubbu'uuf dhikeeffamu hin jiraatu.