Hebrews 10:19 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Obboleeyyan tiyya, yoona dhiiga Yesuusiitiin addee woyyittii woyyootaa seeniisaaf ifi-addii dhagganneerra.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi oboleyaani tiyya, nu Fulla Fulla Ch'ufa Ira Qulqullo, maro d'iiga Yesotiifi, soda male seenu indandeenna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf obboleyyan tiyya, nu Fulaa Guddoo Qulqulloo, marroo dhiiga Yesustiif sodaa malee seenu indandeenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa obboleeyyan tiyya! dhiiga Yesuusiitiin hulee woyyittii woyyootaatitti galu'uuf ugga waan qabnuuf, nu karaa golga jechuun karaa haarawaa fi jiraataa inni foon ufiitiin nuu baneen seenna.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eeganaa obboleeyyan tiyya, dhiiga Yesuusiitiin hulee woyyittii woyyootaatitti galu'uuf ugga waan qabnuuf, nu karaa golga jechuun karaa haarawaa fi jiraataa inni foon ufiitiin nuu baneen seenna.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa yaa obboleeyyan! Karaa dhiiga Yesusiitiin gara bakka Qulqullittii Qulqullu'uu titti galu'uuf ka nu danddeessisu, waan amanisiisaa argannee jirra,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Obboleeyyan tiyya, yoona dhiiga Yesuusiitiin addee woyyittii woyyootaa seeniisaaf ifi-addii dhagganneerra.