Hebrews 10:20 — Compare Translations
5 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti karaa golla'aatiin, jechuun karaa hareyyaa fi jiraataa inni foon ifiitiin nu'uuf baneen seenna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni golla keesa kara hareesafi ka jireenna nuu bane; akasi jechaani nafa isaa keesa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii karaa haara'aa fi ka jireenaa nu bane, karaan kulleen golla keessaan, yokaan nafa isaa keessaan nu baname jechu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
ka gallu'llee golgata isaatiin jechuun, karaa foon isaatiin ka nuuf bane karaa jireenna haarawaa ta'eetiin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti karaa golla'aatiin, jechuun karaa haareyaa fi jiraataa inni foon ifiitiin nu'uuf baneen seenna.