Hebrews 10:21 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti Hayyicha Guddaa mana Waaqaa irratti baallii qabu qanna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu qaallu gudda, ka Mana Waaqa qorqoratu qamna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nu qaalluu guddaa, Mana Waaqaa qorqoratu qamna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hayyicha gadicha guddaa mana Rabbii irratti baallii qabu waan qabnuuf,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hayyicha gadicha guddaa mana Rabbii irratti baallii qabu waan qabnuuf,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Mana Waaqaa irratti aangoo ka qabu qeesicha guddaa ni qabnna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti Hayyicha Guddaa mana Waaqaa irratti baallii qabu qanna.