Hebrews 10:23 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi waadaa nu'uuf gale addatamaa waan te'eef, addii dhugeeffannee dhugaa baanuuf tana, koowa'a adoo asii fi achi hin jedhin jabeessinee qabanna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abdi nu eegannu jabeesiina, waan nu aka Waaqi kakhu ufi guutu heregannuufi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan nu akka Waaqii kakuu ufii gutu herregannuu fi jireenna nu eegannu jabeessina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka dubbii abdi'ii kenne amanamaa waan ta'eef akka hin sochoone ragaa abdii keennaa haa eennuu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka dubbii abdi'ii kenne amanamaa waan ta'eef, akka hin sochoone, ragaa abdii keennaa haa eennuu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dubbii abddi'ii titti'llee ka nuuf kenne amanamaa waan ta'eef, amma abddii waan amannee ragaa baanuu uduu asii fi achi hin jedhin, jabeessinee haa qabannuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi waadaa nu'uuf gale addatamaa waan te'eef, addii dhugeeffannee dhugaa baanuuf tana, kowa'a adoo asii fi achi hin jedhin jabeessinee qabanna.