Hebrews 10:24 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Jaalalaa fi hujii dansa'aan dammaqnee akka leenuuf, koowa'a wolii yaadannaa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan woli herenna, wolqarqaarra, woljaalanne, waan dansa woli tolchina.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan walii herrenne, walqarqaarree, waljaalannee, waan dansaa walii tolchinna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jaalalaa fi hujii misha'aaf haa dadammandhuu; wol haa tooyannuu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Jaalalaa fi hujii misha'aaf haa dadammandhuu; wol haa tooyannuu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Jaalalaa fi hujii misha'aan dammaqinnee akka jiraannu tokko ka bira'aa haa yaadachiisuun,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jaalalaa fi hujii dansa'aan dammandhee akka leenuuf, kowa'a wolii yaadannaa.