Hebrews 10:27 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Amma ammoo, muraa sodaachisuu fi ibidda hammaa mormitoota Waaqaa nyaatu eeggatiisatti hafeera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti nuu hafe, aka waan eegi tana d'ufa sodaannu; qorsumafi ibida gudda, ka worra Waaqa didu balleesu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Wantii nuu hafee, akka waan eegii tanaa dhufa; muransaa fi ibidda guddaa, ka warra Waaqaa didu ballessu sodaannu;
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammaa achi murti'ii fi ibidda sodaachisaa diintota Rabbii balleessu callaa eeggatu'utu hafe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ammaa achi murti'ii fi ibidda sodaachisaa diintoota Rabbii balleessu callaa eeggatu'utu hafe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Amma ka nu hafu garuu ufi durana ka ta'u murtii sodaachisa'aa fi ibidda sodaachisaa mormmitoonni qabsiisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma ammoo, muraa sodaachisuu fi ibidda hamaa mormitoota Waaqaa nyaatu eeggatiisatti hafeera.