Hebrews 10:28 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nama Seera Muuse'eetiif ajajama dhabe, yoo nami lama yookiin nami sadi itti dhugaa baye, marartii malee du'aan adabama.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama Seera Musa didu ch'ufa naasu male ijeesani, eegi d'ugaani lamaa sadi, aka inni wollaala qabu himte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nama seera Musee didu cufa, eegii dhugaan lamaa sadii akka innii walaala qabu himte naasu malee ijjessan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni seera Muuse'ee tuffate, namni lamaa yookaan sadihii yoo itti rage, gara laafinna malee ajjeefama.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namni seera Muuse'ee tuffate, Namni lamaa yookiin sadihii yoo itti rage, gara laafinna malee ajjeefama.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Seera Muse'ee ka dabrre naminni lama yookiin sadihii yoo ragaa itti bayan, dhiifama malee du'aan ni adabama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nama Seera Muuse'eetiif ajajama dhabe, yoo nami lama yookiin nami sad itti dhugaa baye, marartii malee du'aan adabama.