Hebrews 10:29 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Nami Ilma Waaqaa tuffate, ka dhiiga gondoro'oo ka ittiin balchoome shasheesse, ka Ayyaana badhaadhaa arrasse, adabama kana caalu attamiititti barbaachisaaf isinitti fakkaata?
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama Ilma Waaqa tuffatu, ka d'iiga wold'aqisa Waaqa ka isa qulqulleese bilaasha sehu, ka Lubbu eebaa arabsu, maal tolchani re? Gaargala isaa, aka inni hama, me herega!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nama ilma Waaqaa tuffatu, ka dhiiga waldhaqiissa Waaqaa ka isa qulqulleesse buuree sehu, ka Hafuura kennamsa naasu arrabsu, maal tolchan re? Isaa wayya, akka innii hamaa, me herregaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namni Ilma Rabbii tuffate, waadaa dhiiga ittiin qulqullaaye san ka akka batti'iititti laakkaye, ka Ayyaana badhaadhaa arrabse adabbiin maraa caalu isa irratti waan hin taane seetanii?
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Namni Ilma Rabbii tuffate, waadaa dhiiga ittiin qulqullaaye san ka akka batti'iititti laakkaye, ka Ayyaana badhaadhaa arrabse adabbiin maraa caalu isa irratti waan hin taane seetanii?
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa ka Ilma Waaqaa tuffate, ka ittiin qulqullaawome dhiiga waada'aa ka batteesse, Hafuura kennaa isaa ka bilisaa ka arrabise, adabbiin attami jiru ka jabaatetu, isaaf mala isinitti fakkaata!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nami Ilma Waaqaa tuffate, ka dhiiga gondooro'oo ka ittiin balchoome shasheesse, ka Ayyaana badhaadhaa arrasse, adabama kana caalu attamiititti barbaachisaaf isinitti fakkaata?