Hebrews 10:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Woreegi kun mara ammoo wogguma wogga'aan ka isaan cubbuu ittiin qaabbatanu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo sorioni baasani ganna ch'ufa daba nama qaabsiifti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo sooriyoon baasan ganna cufa cubbuu namaa garsiifti,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo ciincaan kun maruu ka isaan wogga wogga'aan cubbuu ittiin qaabatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo ciincaan kun maruu, ka isaan wogga wogga'aan cubbuu ittiin yaadan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kitimaawwan kunniin garuu woggama wogga'aan cubbuu isaanii ka ittiin yaadatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Woreegi kun marti ammoo wogguma wogga'aan ka isaan cubbuu ittiin qaabatanu.