Hebrews 10:30 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Nuuti, “Haluu ka baasu ana, ani gatii malte deebisee hin kaffala”, akkasuma, “Goottaan kolbaa ifiititti hin mura” ka jedhe ennuu akka te'e hin beenna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu nama, Anini haalo imbaafad'a, anini gati imfud'ad'a jed'e imbeenna. Ammalle ka, Aabbooni gumi isaa inqora jed'ele imbeenna.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nu ka “Anin haaloo inbaafadha, anin gatii infuudhadha” jedhe inbeenna. Ammallee ka “Aabboon gumii isaatti inmura jedhe” jedheellee inbeenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Haluun tiyya! ani haluu sii baasa» ka jedhe waan beennuuf, akkasuma «Gooftaan banii ufiititti hin murteessa»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Haluun tiyya, ani haluu sii baasa» ka jedhe waan beennuuf, akkasuma «Gooftaan banii ufiititti hin murteessa»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Haloon kiyya, ani gatii barbaachisaa ni kafalaaf» ka jedhe, eennuun ta'uu isaa ni beekinna, akkuma kana, «Waaqinni ummata isaa irratti ni murtteessa» jedha Gooftaan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti, «Haluu ka baasu ana, ani gatii malte deebisee hin kaffala», akkasuma, «Goottaan kolbaa ifiititti hin mura» ka jedhe eennu akka te'e hin beenna.