Hebrews 10:31 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Harka Waaqa jiraata'aa seenuun akka malee sodaachisa'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan guddo hamtuti, yo harka Waaqa jiru seenani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Harka Waaqaa jiraataa bu'uun waan guddo nama sodaachisaat.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Harka Rabbii jiraata'aatitti kufuun nama sodaachisa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Harka Rabbii jiraata'aatitti kufuun nama sodaachisa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf harka Waaqa jiraata'aa titti kufuun, haalaan ka nama sodaachisu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Harka Waaqa jiraata'aa seenuun akka malee sodaachisa'a.