Hebrews 10:33 — Compare Translations
6 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa tokko tokko nama duratti arraffantanee, farritaneertan; yennaa dhibii worra rakkinna akkasii fudhatu wolille'een rakkinna fudhataneertan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro heddu gumi keesati isani arabsani gaargalchani, maro heddu worra akana tolchanile kalchu feetani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mar. roo hedduu gumii keessatti isan arrabsanii gaargalchan, marroo hedduu warra akkanaa tolchanillee walin gaargalu feetan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin hennaa tokko tokko nama afo'otti arrabamtaniirtan; dhiphattanii hennaa biraallee worra akkana rakkatan woliin rakkattaniirtan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo tokko tokko namoota duranatti arrabisamittanii jirttan, akka malee taatanii jirttan, yeroo tokko tokko'llee namoota makkaraarnni akkanaa isaan irra gayeen woliin waahellan ta'uu keessaniin, rakkinna fudhattanii jirttan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa tokko tokko nama duratti arraffantanee, farritaneertan; yennaa dhibii worra rakkinna akkasii fudhatu wolille'een rakkinna fudhattaneertan.