Hebrews 10:34 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isin karra caaltuu fi yennaa mara jiraattu akka qaddanu waan beettanuuf, worra hidhameef gadhaa laattane; yennaa karri teessan saamantulle gammadaan fudhattane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani gaargala worra hid'ani qoodattani, ammalle gaafa miha keesani ch'ufa saamani gammadaani obsitani, maro isani aka waan hagasi ira jira, ta haga jirtu teetu, qabdani beetaniifi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isan gaargala warra hidhani qoodattan, marroo isan akka waan hagasi irra jiraa, ta haga jirtu teetu, qabdan beetaniif, gafa miha keessan cufa saaman gammadaan oobsittan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qabeenna caalu sami'itti isinuu akka qabdan beettaniirtan. Hidhama kiyyaaf garaa naa laaftan; qabeenni keessan hennaa fudhatamu obsitanii gammachu'uun laaltan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Qabeenna caalu sami'itti isinuu akka qabdan beettaniirtan. Hidhama kiyyaaf garaa naa laaftan, qabeenni keessan hennaa fudhatamu obsitanii gammachu'uun laaltan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isin qabeenna fooyyaya'aa fi jiraataa sami'itti akka qabddan beekuu keessaniin hidhamttootaaf garaa laafttanii jirttan, qabeenni keessan'llee isaan irraa yoo fudhatamutti obissitanii, haala jiru gammachu'uun fudhattanii jirttan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin karra caaltuu fi yennaa mara jiraattu akka qaddanu waan beettanuuf, worra hidhameef gadhaa laattane; yennaa karri teessan saamantulle gammadaan fudhattane.