Hebrews 10:35 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yoona ifi-addii Waaqatti qaddanu, ta gatii guddoo ittiin dhaggattanu san hin gatina'a!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi garaa jabaad'a, yo akasi tolchitani, gati guddo argattani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf garaa jabadhaa, yo akkasi tolchittan, gatii guddoo argattan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eeganaa abdii uggiitii keessanii ka gatii guddaa qabu hin gatatinaa'a!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eeganaa abdii uggiitii keessanii ka gatii guddaa qabu hin gatatinaa'a!
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa kennaa ol aanaa ka ittiin argattan ufitti amanummaa keessan hin gatinaanii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yoona ifi-addii Waaqatti qaddanu, ta gatii guddoo ittiin dhaggattanu san hin gatina'a!