Hebrews 10:5 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf Kiristoos gara biyya lafaa yennaa dhufe, “Ati woreegaa fi kenna'atti hin gammanne, ammoo nafa anaaf qopheessite.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro waan kanatifi Kristoni, ato diquma lafa ind'ufiini, waan Waaqaani jed'e, Atini soriofi waan sii baasani imfeetu, ammo atini ya nafa naa kurfeesite.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Mar. roo waan kanaatiif Kiristoon, adoo gara lafa hindhufiniin duratti AABBOO Waaqaan, “Atin sooriyoo fi waan Waaqaa baasan hinfeetu, ammoo atin la nafa naa qopheesitte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu hennaa gara adunya'aa dhufe, «Ati kenna'aa fi ciincaa hin jaalanne, nafa naa qopheessite.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaafuu hennaa gara adunya'aa dhufe, «Ati kenna'aa fi ciincaa hin jaalanne, nafa naa qopheessite.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf Kristos gara biyya lafaa yeroo dhufetti akkana ni jedhe, Kitima'aa fi kennaa Mana Waaqaatiif kennamu hin barbaadu, qaama garuu naaf ni qopheessite.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf Kiristoos gara biyya lafaa yennaa dhufe, «Ati woreegaa fi kenna'atti hin gammanne, ammoo nafa naaf qopheessite.