Hebrews 10:7 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa san ani, ‘Waaqa kiyya, Kitaaba Maramu keessatti akkuma marroo tiyyaaf barreeffante, ani fedhii teeti muummesiisaaf dhufeera’ jedhe” jedhee dubbate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani anini waan jed'e, Anini kuno, Ee Waaqa, aka waan atini feetu ch'ufa tolchu, akuma kitaaba Seera keesati waan kiyya t'aafani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan anin, ‘Akkuma Kitaaba seeraa keessatti waan kiyya barreessan, anin kunoo, ee Waaqa, akka waan atin feetu cufa tolchu la dhufe’ ” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa san kunoo anillee, akkuma wonti kiyya Kitaaba maramu keessatti barreeffame, Waaqa kiyya, ani fedha kee raawwatu'uuf dhufeera› jedheen» jedha.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa san kunoo anillee, akkuma wonti kiyya Kitaaba maramu keessatti barreeffame, Waaqa kiyya, ani fedha kee raawwatu'uuf dhufeera› jedheen» jedha.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti ani, yaa Waaqa, akkuma waayeen kiyya kitaaba irratti barreeffametti, fedhii kee raawwachu'uuf dhufee jira ni jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa san ani, ‹Waaqa kiyya, Kitaaba Maramu keessatti akkuma marroo tiyyaaf barreeffante, ani fedhii teeti muummessiisaaf dhufeera› jedhe» jedhee dubbate.