Hebrews 11:10 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni qachaa guddaa hundee jabaa qabu, ka Waaqi akka inni itti ijaaramu qopheessee ijaare waan eeggataa tureef tana godhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti akanatiifi inni dira yayaba jaba qabu, ka Waaqi herege ijaare, eegachu jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf innii dira hunda jabaa qabu, ka Waaqii herregee jaare, eegachaa ture.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qachaa hundee qabdu ta Rabbi hojjate eeggata'aa waan tureef.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Qachaa hundee qabdu ta Rabbi hojjate eeggata'aa waan tureef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kana'llee ka raawwate hunddee jabdduu ka qabddu, magaalaa Waaqinni karoorssee fi hojjateen ni eega waan tureef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni qachaa guddaa hundee jabaa qabu, ka Waaqi akka inni itti ijaaramu qopheessee ijaare waan eeggataa tureef tana godhe.