Hebrews 11:12 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf Abrahaamii tokkocha akka nama du'eetitti laakkowamu irraa, finni akka urjii ol-gubba'aa fakkannuu fi akka maansa abbaayaa qarqaraa laakkossa hin qanne dhaggame.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato namichi kunini jaare rerepele, ijoolle aka urji jirtuufi ta aka maansa afaani galaana d'ale.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namichii kunin adoo jaaree rerepheellee, ijoollee akka urji Waaqaa irraa heddatee fi ta akka maanssa afaan galaanaa ka namii heduu hindandeennee dhale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu baniin baay'inni isaanii akka urjii sami'ii ka hin laakkayamne, akka xidhacha qarqara galaanaa nama tokkicha nafti isaa akka nama du'ee fakkaate keessaa dhalatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Kanaafuu baniin baayi'inni isaanii akka urjii sami'ii ka hin laakkayamne akka xidhacha qarqara galaanaa nama tokkicha nafti isaa akka nama du'ee fakkaate keessaa dhalatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf akka nama du'ee titti ka laakkayamu Abrahaamii tokko irraa, akka urjjii sami'ii ka baayi'atee fi akka cirracha garba ciisaa keessaa titti ka hin laakkayamnne, fiixaan ni argame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf Abrahaamii tokkocha akka nama du'eetitti laakkowamu irraa, finni akka urjii ol-gubba'aa fakkanuu fi akka maansa abbaayaa qarqaraa laakkossa hin qanne dhaggame.