Hebrews 11:14 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Worri akkas dubbatanu biyya ifii eegatiisatti akka jiranu mudhisan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami waan akana kana jed'u aka lafa ufi barbaadu jiru; diideese agarsiisa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Namii waan akkanaa kana dubbatu akka lafa ufii barbaaduu jiru diideesse garsiisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkas ta'uun isaanii biyya biraa eeggatuu isaanii mudhisa.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkas ta'uun isaanii biyya biraa qabatuu isaanii mudhisa.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkana namoonni dubbatan biyya ka isaanii ta'e akka eeggatan ifatti ni mulidhisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri akkas dubbatanu biyya ifii eegatiisatti akka jiranu mudhisan.