Hebrews 11:15 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Biyya keessaa bayane san adoo yaadaa jiraatane itti deebi'iisaaf sila hin dande'aniiyyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan lafa ta keesaa yaani inherenne, ammo yo sila fed'ani dandaani iti dachaani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan lafa keessaa yaa'anii hinherrenee, ammoo yo silaa fedhan, danda'an itti indacha'an.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uduu biyya keessaa bayan san yaadan ta'ee silaa deebi'uu danda'an.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Uduu biyya keessaa bayan san yaadan ta'ee silaa deebi'uu danda'an.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Biyya keessaa bayan san yaadatanii jiran uduu ta'ee, garas deebi'u'uuf ni danda'aniiyyu ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Biyya keessaa bayane san adoo yaadaa jiraatane itti deebi'iisaaf sila hin dande'aniiyyu.