Hebrews 11:16 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Amma ammoo, isaan biyya san caalu ka ol-gubbaa jirtu dharra'an; tanaaf Waaqi qachaa guddaa waan isaniif qopheesseruuf, “Waaqa isaanii” jedhamee waamamiisaaf hin fokkifanne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Taatule lafa ira dansa barbaadani, lafa gubbaa jirtu. Maro waan kanatifi yo worri Waaqaani, Waaqa keenna jed'u, inni inch'eerfatu, waan inni dira worra mid'aaseefi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Taatullee lafa gubbaa jirtu, ta sun irra dansaa barbaadan. Mar. roo waan kanaatiif yo warrii Waaqaan, “Waaqaa keenna” jedhu, waan dira warraa midhaasseef, Waaqii itti hinceeru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Amma ammo biyya sami'ii ta maraa caaltu hawwan. Kanaafuu, «Rabbi Waaqa isaaniiti» jedhamee waamamu'uuf isaanitti hin saalfatu. Waan qachaa isaanii qopheesseeruuf.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Amma ammoo biyya sami'ii ta maraa caaltu hawwan. Kanaafuu, «Rabbi, Waaqa isaaniiti» jedhamee waamamu'uuf isaaniin hin saalfatu. Waan qachaa isaanii qopheesseeruuf.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Amma garuu ka caalu, biyya samii jiru ni yaadan, kanaaf Waaqinni magaalaa isaanii waan qopheesseef, «Waaqa keenna» jedhanii yoo waamaniin, isa hin saalfachiisuun.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma ammoo, isaan biyya san caalu ka ol-gubbaa jirtu dharra'an; tanaaf Waaqi qachaa guddaa waan isaaniif qopheesseeruuf, «Waaqa isaanii» jedhamee waamamiisaaf hin fokkifanne.