Hebrews 11:17 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Abrahaam yennaa Waaqi isa haga ilaale, dhugeeffanna'aan Yishaaqi woreega godhee dhikeesse. Abrahaamiin waadaa fudhate sun ilma ifii tokkochuma san woreega godhee kenniisaaf qophoyeeraayyu.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'ugefachaani Abrahamuuni ilma ufi Isaaqo aka sorio qallu fed'e, gaafa Waaqi Abrahamu ilaalate. Waaqi Abrahamuti kakhate, ammo inni kurfo jira aka ilma ufi tokocha aka sorio qallu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dhugeeffachaan Abrahaamii gaafa Waaqii isa laallatee, ilma ufii Yisihaaq akka sooriyoo qaluu ka'e. Waaqii Abrahaamitti kakatee, ammoo innii akka ilma ufii tokkocha akka sooriyoo qalu, qophee jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka fiixaan kee isaan waamama jedhamee jechi abdi'ii kennameef, mucaa ufii tokkicha amanta'aan dhiyeesse.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka fiixaan kee isaan waamama jedhamee jechi abdi'ii kennameef, mucaa ufii tokkicha amanta'aan dhiyeesse.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Abrahaam yeroo itti qormaatametti Yisihaaqiin kitimaa taasisee ka dhiyeesseen, amanti'iin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abrahaam yennaa Waaqi isa haga ilaale, dhugeeffanna'aan Yishaaqi woreega godhee dhikeesse. Abrahaamiin waadaa fudhate sun ilma ifii tokkochuma san woreega godhee kenniisaaf qophoweeraayyu.