Hebrews 11:18 — Compare Translations
5 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ilmi isaalle ka Waaqi, “Sanyiin teeti Yisihaaqiin waammanti” jedheen san.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi qara waan isaani jed'e, Isaaqo gula d'alooti kanke maqa argata.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waaqii qara isaan, “Yisihaqi gula dhalootii kee maqaa argatta” jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Eegaa Waaqinni, «Yisihaaqiin fiixaan si ni waamama» jedheenii ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmi isaalle ka Waaqi, «Sanyiin teeti Yisihaqiin waammanti» jedheen san.