Hebrews 11:19 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Waaqi du'aa kaasiisaaf dandeettii akka qabu Abrahaam waan hubateeruuf, akka waan du'aa ka'eetitti deebi'ee Yisihaaqi dhagge.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abrahamuuni waan Waaqi Isaaqo duisa keesaa kaasu dandau herege; tanaafi, fakeenna gula, Abrahamuuni Isaaqo duisa keesa argate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Abrahaam akka Waaqii Yisihaq du'a keessaa kaasuu danda'u duruu waan herregef; akkuma sun, Abrahaamii akka Yisihaq du'a keessaa argatetti fudhate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi worra du'an keessaayyuu kaasuu akka danda'u waan yaadeef, akkuma waan du'aa ka'eetitti Abrahaam Yisaaqiin deebisee argate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Rabbi worra du'an keessayyuu kaasuu akka danda'u waan yaadeef, akkuma waan du'aa ka'eetitti Abrahaam Yisihaaqiin deebisee argate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Waaqinni danddeettii du'aa kaasu'uu akka qabu Abrahaam amanuu isaatiin, haguma waan du'aa ka'ee titti Yisihaaqiin deebi'ee ni argateen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi du'aa kaasiisaaf dandeettii akka qabu Abrahaam waan hubateeruuf, akka waan du'aa ka'eetitti deebi'ee Yisihaq dhagge.