Hebrews 11:2 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worri durii dhugeeffanna'aan Waaqa biraa fudhatama dhaggate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'ugefacha akana tanaani jaaroleeni duri gurra baafate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dhugeeffachaa akkanaa tanaan jaarrolleen durii gurra horaatte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Manguddootaaf ka ragameef waan kanaan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Manguddootaaf ka ragameef waan kanaan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoonni duraanii ka galateeffaman waayee amanti'iitiin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri durii dhugeeffanna'aan Waaqa biraa fudhatama dhaggate.