Hebrews 11:20 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yisihaaqi waan gara duraa te'u yaadatee dhugeeffana'aan Yaaqoobii fi Eesawu eebbise.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'ugefachaani Isaaqoni Esaufi Yakobo eeba hegeri kakhateefi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Dhugeeffachaan Yisihaq, Esaawuu fi Yaaqoob eebba hegerii kakateef.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yisaaq waan durana dhufu'uuf ta'u qaabatee amanti'iin Yaaqoobii fi Eesawuu eebbise.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yisihaaqi waan durana dhufu'uuf ta'u qaabatee amanta'aan Yaaqoobii fi Eesawuun eebbise.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yishaaq waan ufi durana ta'u yaadu'uun, Yaaqoobii fi Esaawuun ka eebbise amanti'iin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yisihaq waan gara duraa te'u yaadatee dhugeeffanna'aan Yaaqoobii fi Esaawu eebbise.