Hebrews 11:23 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa Muuseen dhalate, haatii fi abbaan isaa akka inni shaggicha te'e dhagganee, ajaja mootichaa adoo hin sodaatin ji'a sadi dhugeeffanna'aan dhossane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'ugefachaani abbaafi haati Musa jia sadi isa d'ossite, eegi inni d'alate. Aka inni mid'aaga arginaani soda male seera hayyu ch'absani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Haadhaa-abbaan Musee dhugeeffachaan eegii innii dhalate, akka innii midhaagaa arginaan, sodaa malee seera hayyuu cabsani ji'a sadii isa dhossan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Muuseen haga dhalateen maayii haati isaatii fi abbaan isaa daa'ima bareedaa ta'uu isaa arganii, amanta'aan ji'a sadihii dhossaniin; labsii mooti'iillee hin sodaanne.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Muuseen haga dhalateen maayii haati isaatii fi abbaan isaa daa'ima bareedaa ta'uu isaa arganii, amanta'aan ji'a sadihii dhossaniin; labsii mooti'iillee hin sodaanne.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Maatiin Muse'ee'llee yeroo inni dhalatetti mucaa bareedaa ta'uu isaa waan arganiif ajaja nugusichaa uduu hin sodaatin, ji'a sadihii ka dhossaniin amaniti'iin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa Muuseen dhalate, haatii fi abbaan isaa akka inni shaggicha te'e dhagganee, ajaja mootichaa adoo hin sodaatin ji'a sad dhugeeffanna'aan dhossane.