Hebrews 11:26 — Compare Translations

6 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Gatii gara duraa fudhatu waan ilaaleeruuf, marroo Masihiitiif salphatuun, karra biyya Gibxiitiin irra, ta caaltu akka teete yaadate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni hori lafa Misiri ira, araba maro Kristotiifi isa arabsani dansa heregate, waan inni galata eegi tana heregeefi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Museen waan galata eegii tanaa herregateef, horii lafa Gibxii irra, arraba marroo Kiristootiif isa arrabsan irra dansummatti heregate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
gammachuu cubbu'uun henna'aaf argamu caalaa banii Rabbii woliin rakkachuu filate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ufi duranatti'llee gatii fudhachu'uuf jiru waan argeef, qabeenna biyya Gibxii irra waayee Masihichaatiif salphachuun, ka caaluu ta'uu ni yaade.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gatii gara duraa fudhatu waan ilaaleeruuf, marroo Masiihiitiif salphatuun, karra biyya Gibxiitiin irra, ta caaltu akka teete yaadate.