Hebrews 11:27 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Inni dhugeeffanna'aan, mufii mootichaa adoo hin sodaatin biyya Gibxiitii baye; Waaqa ilaan hin dhagginelle akka waan dhaggeetitti te'ee yaada qabutti jabaate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'ugefachaani Musani kae, lafa Misiri keesaa deeme, dalansu hayyu sodaachu dide. Inni iti deebiu dide, aka waan Waaqa ka imullanne argu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Museen dhugeeffachaan dallansuu hayyuu sodaachuu didee, ka'ee, lafa Gibxii keessaa deeme, inni Waaqaa ilaan hingarre akka argeetti fudhatee yaada ufi irraa chocho'uu dide.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan hin mudhanne akka waan arga'aaruu godhee jabaate; uduu dheekkamsa mootichaa hin sodaanne amanti'iin biyya Misiriitii baye.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan hin mudhanne akka waan arga'aaruu godhee jabaate; dheekkamsa mootichaa uduu hin sodaanne amanti'iin biyya misiriitii baye.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dallanssuu nugusichaa'llee uduu hin sodaatin biyya Gibxiitii ka baye'llee amanti'iin, Waaqa ijaan hin argaminne'llee akka waan arigeenii ta'ee, kaayyoo isaatiin ni jabaate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni dhugeeffanna'aan, mufii mootichaa adoo hin sodaatin biyya Gibxiitii baye; Waaqa ilaan hin dhagginelle akka waan dhaggeetitti te'ee yaada qabutti jabaate.