Hebrews 11:28 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ergamaan Waaqaa ka akka ilmaan angafoota ijjeesuuf ajajame, angafoota kolbaa Israa'elii akka hin ijjeenneef jedhee, dhugeeffanna'aan Jila Irra Dabaramaatii fi aadaa fixiisa dhiigaa godhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'ugefachaani inni jila Pasaka tolche, d'iiga balbalati fifit'e, aka malaikaani nama hobaaftu angafa d'iira ka gosa Israeli intund'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii akka ergamtuun Waaqaa nama angafa dhiiraa ka gosa Gibxii hobbaaftu warra hintundhe, dhiiga balbalatti fiffixee, dhugeeffachaan jila dabarsaa tolche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maleekkaan akka ijoollee hangafaa hin tundhe Faasika'aa fi dhiiga facaasuu amanti'iin godhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Maleekkaan akka ijoollee hangafaa hin tundhe Faasika'aa fi dhiiga facaasuu amanta'aan godhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ijoollee hangafootaa ajjeesu'uuf maleyikkaan ajajame ijoollee Israa'eelootaa hangafoota akka hin ajjeefinneef jecha, ka Faasika'aa fi dhiiga facaasuu naamusa ka taasise, amanti'iin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ergamaan Waaqaa ka akka ilmaan angafoota ijjeesuuf ajajame, angafoota kolbaa Israa'elii akka hin ijjeenneef jedhee, dhugeeffanna'aan Jila Irra Dabaramaatii fi aadaa fixiisa dhiigaa godhe.