Hebrews 11:3 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ol-gubba'aa fi biyyi lafaa jecha Waaqaatiin akka dadamane dhugeeffanna'aan hin hubanna; waan kanaaf wonni ilaan dhaggamu maraa waan ilaan hin dhaggine iraa akka hujame hin beenna.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'ugefachaani, aka lafti dubbi Waaqatiini uumamte beenna, aka wonti nami ilaani argu waan nami ilaani ingarre keesaa baate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akka laftii dubbii Waaqaatiin uumamte, akka wantii nami ilaan argu waan namii ilaan hingarre irraa hojjatamte dhugeeffachaan inbeenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma adunyaan dubbii Rabbiitiin uumame wonti mudhatu, waan mudhatu irraa akka hin taane amanti'iin hubanna.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkuma adunyaan dubbii Rabbiitiin uumame, wonti mudhatu, waan mudhatu irraa akka hin taane amanta'aan hubanna.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Biyyi lafaa dubbii Waaqaatiin akka uumame ka hubannu amanti'iin. Kanaaf wonitti mulidhatu marrinuu ka hin mulidhannee irraa akka hojjatame ni beekinna.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ol-gubba'aa fi biyyi lafaa jecha Waaqaatiin akka dadamane dhugeeffanna'aan hin hubanna; waan kanaaf wonni ilaan dhaggamu maraa waan ilaan hin dhaggine irraa akka hujame hin beenna.